|
|||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||
|
Barattoota wayyaanetti Harka kennetan 080924 [rate]
Falmaan yeroo ammaa saba himaa Oromoo irratti deemaa jiru, dhuguma kan fedhiifi dantaa ummata oromoo itichuu? Eenyuutu Oromoof wareega barbaachisu kafaluuf qophiidha? Ummata Oromoo kan akka galaanaa kan alagaan karaa barbaaddetti, yeroo itti barbaaddetti jallifattee masnoo isii ittiin gabbifachaa jirtu kun, akkamitti haga ahar'aa hogganaa cima ummata kana itiche qabsotti bobbaasu dhabe? Haala yeroo ammaa moora qabsoo bilisumma Oromoo keessatti dhalte laalchise, wayyaneeniis hamma dandeessetti ummata Oromoo jonjeessuuf saba himaa isirratti akkuma gareen ABO lamaan, naatu karaa sirriirra jira jechuun namoota ilmaan Orommo biratti dhageeytii qaban sabaa himaa saaniirratti afeeruun miseensoota horachuuf wixxifachaa jiru, wayyaneeniis ummata gabruummaa fi hiyyuummaan mala dhorkite kana, jalluma isaa, isa keessaa funaante akka walkolaasan godhaa jirti. Eyyee gaa, Eenyuutu Oromoof wareega barbaachisu kafaluuf qophiidha?
|
||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||