Oduu Haaraya
kaartaa arabaa

Biyyoota Arabaa addaan qoqqooduuf karoorri 1982 kaayame hujiirra oolaa jiraachuu isaa Burqaan Oduu Addunyaa Montikaarlo ibsee jira.

Hegeree Oromiyaatiin

Akka ibsa burqaa Oduu addunyaa Montikaarlo kanatti biyyi araba shan jechuun Iraaq Suriyaa Libiyaa Sudaani Yaman bakka 14tti kan addaan ciccituuf jiraatan tahuu burqaan oduu kuni ibsee jira.

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …