Oduu Haaraya

Bilisummaa Bilisummaa Bilisummaa


Wabii jireenyaa gati namoomaa

Bilisummaa ifttu ifttu ipsituu biyyayyuu
Jaalatan khee haa carraaqu guyyuu

Xurree sitti deemttu tarree irra dhaabbanna
Kutaa tee xiqqoollee lubbuun jijjiirranna

Xurii sirra buutu dhiigaan sirraa dhiynnaa
Sitiyfachuuf jecha lafee teenya gubnnaa

Siituu wabii teenyaa siin namooma qabnnaa
Tarree bilisoota si arkkaanu dhaabannaa

Ayyoofii abbaan koo lachuu kheenya warii
Odoo si hawwanii seenaan gala qabrrii

Aabboon dheebuu teetiin Aayyoon si kajeelaa
Ammallee is hawwan ciisanii awwaalaa

19/73 Hidhaa Mandheraa kaaba Somaaliya

Check Also

toophiyaa31

Ethiopian Empire: Socialism and Federalism as Schemes to Avert its Breakup

November 10, 2023 Fatansaa Sulee Shogodoo    The interest of this article is not to do …