Oduu Haaraya
hiriira kaayroo

Baqattoonni Oromoo biyya Misra fuula UNHCR Duratti yeroo ammaa hiriira gadgeeysaa jiru

Hegeree Oromiyaatiin

Hiriira yeroo ammaa Mormii Habshotaa fii Embaassii Ethiopia Kaayroo rratti Baqattota Oromoo fuula UNHCR Duratti Onkololeysa 28/2014 baayyinaan raawwachaa jiran hordofaa

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

One comment

  1. Laalattee hingarree Fadhiidoon Ibiddaantaphatti ja,an. Maqaa ABO Kanajijjiiruun bilisummaa hindhihessu Kaayoon hoogganoota ABO Kaallattidhaan walabummaa Oromofi oromiyaarrtti xiyyeeffate qofa .