Oduu Haaraya
yaamicha skaraa

Amajjii Guyyaa 3/1/2015 Hawaasa Oromoo fagoo-dhihoo jiran hunda Konyaan Ayyaantuu Dagaa Kabajaan issin afeera!!

Beeksisa Waamicha Walgahii Amajjii Guyya WBO Amajjii Guyya 3/01/2015 Ilmaan Oromoo biyya Swedin magaalaa skara fi Naannoo isii jiraattanif kuta Skandinivia Jiru hundaaf Waamicha walgahii konyaan ABO ayyantu Dagaa kabajaan afeera,

Qabsoo Bilisummaa Oromoo tan ABO gaggeefamtu keessatti Guyyaa seena qabeessa tahe
Yaadannoo Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO) fi simannaa bara 2015 Amajjii Guyyaa 3/1/2015 Hawaasa Oromoo fagoo-dhihoo jiran hunda Konyaan Ayyaantuu Dagaa Kabajaan issin afeera.,
Akkasummas Kabajamo Howaasa oromo biyya Sweden Jirattan maraafu Yaaminafi Afeerra keenya maqa Hawassuumaa fi Omumma irratti hundahudhan Kabajja guyya AMAJJII 3/1/bara 2015  waan magala Skara keessatti Qophahef  Maqa  Konya Ayyanttu Dagatin  kabajan issin afeerra
 Kabajamoo Hawassa Gurmmu Sweden fi Kabajmo Hawassa Biifttu akkasumas kabajamo Hawasa magala skara fi Kabajamo hawassa götenborg Hawssa oromo sweden kessa jiru marafu kabaja fi ulfinanni guyya kana akka nurra hin hafinne issin afeerra,
Guyyaan kun guyyaa WBO (Waraan bilissumma oromo)akkasumma seena QBO keessatti guyya ulfatta waan tahefi kabaja guyya kana akka waliin dabarsinu abddi gudda hawaasa oromo walii gala irra qabanna waan taheef kabajaafi ulfiina Oromumman qabddun issin afeerranna  nuti  Konyaan ayyanttu daga sweden magala skara titti waan teesso yokkan walgahii kana waan qophessine akka irratti nuuf argamttan ilmman oromo xiqqafi guddan akkasuma shammarran fi dargaggon akka guyya kana waliin dabarsinnu irra deebine yaamina fi afeerra keenya gara keessan dabarsinna ,
  Kore Qindessitu Walgahii konya ayyantu daga
1-obbo abddalla abdi  0767123610
2-Ililli ussoo       0764377912
3-falmattu rooba 0727613267
4-ibsa caffe     0727884917
5-Hamza Qasimi 0769801477
  kana Qunnamun odefanno dabalatafi teeso kenya akka yero dhufttan issin simannu issin mirkanessina,
    Teessoon keenyas
 valhallagattan 25C
53234 sakara
Galatooma ulfadhaa Kabajamoo Hawassa oromo idille biyya swedenfi

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …