Oduu Haaraya

Afoola Oromoo: Qoosaa kutaa duraa

Qarshii liqeeffataa fi qarshii liqeessaatu jira

Qarshii liqeeffataa:- Kanaan booda umrii dheeraa waanan qabu natti hin fakkaatu abjuu  kootiin halkan edaa nan du’e

 Qarshii liqeessaa:-  Ayii! hin duutu sirumaa iyyuu umurii dheeraa qabda abjuun faallaa   namaa abjoochisaa jedhen.

Qarshii liqeeffataa:- yoom kana qofaa ta’e qarshii kees hundaa lakka’ee sitti kennaan  bulee

Qarshii liqeessaa:- As irratti qoosaa kee ni dhaabda hanga qarshii koo naa kennitutti   lammata abjuu hin abjootin jeedheen aariin jedhama

Yaada:- Abbootiin keenya qabeenya uumama kunuunsani akka liqiitii nuuf keennani jiru. Nutii immoo liqii kana eegnaa dabarsaa jiraa moo mancaasa jira?

 

Itti fufa….

Gumaachaan: Marshaa Yilmaa

Check Also

asaffaa tafarraa

Beekaan waan dubbatu beekaa, wallaalaan waan beeku dubbata.

Kaleessa #Ilaamee #7 keessatti waan an barreesseen warri mufattan dhiifama guddaa akka naaf gootan, na …