<=
Index
=>
Tapha gabatee, hibboo Qubee "S" eegalu
Complete the crossword, then click on "Check" to check your answer. If you are stuck, you can click on "Hint" to get a free letter. Click on a number in the grid to see the clue or clues for that number.
Check
Across:
1. shawween shawwiftee dalayatti nu irkifte 5. Shalala akka bofa, qubni akkaa dhagaa 7. Sabbanni gurraattiin gola keessa burraayxi. 8. Shaka shakkiftee, laga geenyaan cal'iste 9. Shubbisee jinnii dubbise. 11. Shanyiin shanyii caalu maali? 13. Saawa gola ijaajju goraraatu lafatti ejjaa.
Down:
2. Saawwi Tufaa diddee eegee qabnaan dheedde. 3. Shamala guutuun dammaa. 4. Seekaan daakuu isaa raasa 6. Soba dhugaa fakkaatu 8. Sabbanni aayyoo maramee hin dhumu. 10. Shurraaba qabdi boolla galti. 12. Saani koo isa mana duubaa, gaafa isaarraa harma qaba.
<=
Index
=>