|
|
|
 |
 |
 |
| |
Oromos Ready to Lynch the Disreputable, Bribed Traitor Lencho Leta in the Streets of Finfinnee
Monday, 10.13.2008, 10:53pm
It is well known among many Oromo observers that the amount of US $ 10
million has been transferred on Lencho Leta´s bank account in a UK
bank. The fuddy-duddy, old professor Ephraim Ishak, with the shriveled
face and brain, is said to have been involved in this incredible story
of bribery that was carried out by those willing to preserve longer the
colonial relic Abyssinia (fallaciously re-baptized Ethiopia).
|
Oromo News Video, Music, Drama, Youth 4 The future,Games
and More..Watch Over 1200 Bilisummaa Video On Internet >> Watch |
|
Dhimma Oromoo, bakka si ilaalu, bakka si laaleessu, bakka si naasisu, bakkaa si gammachiisu, Hayyootaa fi namoota ummata Oromoo biratti dhageeytii qaban mara, Oromiyaa,Baha Dhiha, Kaabaa fi Kibbatti, kuusa seenaa>>Suur & Sagaleen>> Klippii Viidiyoo Oromoo 1200 ol bakki irraa argattan >>www.bilisummaa.com
|
|
|
| Torbee kana Gootoolee Sabaa wal duraa duubaan akka yaadannootti dhiheessinaa nu hordofaa !! |
 |
Galmee Seenaa Irraa: Jaallan qaqqaali kan yoomiyyuu seensaan hin irraanfanne... dhufaa jira
Onkololeessa 8, 2008 Daawwadhu/Watch |
|
Galmee Seenaa irraa: Jaallan kaleessa WBO waliin dheebuu fi hadhaa dabrsan har'a maal jedhu laata?? jechoota gaggabaaboo J/Diimaa Nagawoo yeroo isaan bosona turan...dhufaa jira
Onkololeessa 8, 2008 Daawwadhu/Watch |
 |
|
 |
Galmee seenaa Irraa: Oromoo akka Oromootti, Oromiyaan akka Oromiyaatti kan yaamsise ilmaan qotee bulaa Oromoo yoomiyyuu seenaan sin dagatu...har'as akkuma kalee abdiin Oromoo suma malee ....
Onkololeessa 8, 2008 Daawwadhu/Watch |
|
Sirba Haaraya wallisaa Muktaar Usmaan...
Onkololeessa 6, 2008 Daawwadhu/Watch |
 |
|
 |
Mallasaan lolaaf waan qophaawaa jiru fakkaata
Onkololeessa 6, 2008 Daawwadhu/Watch |
|
Fayyaa: Waayee dhukkuba biinbee
Onkololeessa 6, 2008 Daawwadhu/Watch |
 |
|
 |
Afoola Oromoo: dorgommii gaafiif deebisaa Afoola Oromoo
Onkololeessa 6, 2008 Daawwadhu/Watch |
|
Bareedduu Harargee
Dorgommii bareedduu agarsiisaa aadaa Oromoo open 2020 kollejjii... Kutaa duraa...Onkololeessa 1, 2008 Daawwadhu/Watch |
 |
|
 |
Wallee Haaraya Abdii Ibraahim...Shaggooyyee
Onkololeessa 1, 2008 Daawwadhu/Watch |
|
"Guyumaan"
Diraamaa afaan Oromoo kutaa lammaffaa >> Onkololeessa 1, 2008 Daawwadhu/Watch |
 |
|
|
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) Laalchise Ummanni Oromoo Maal Jedhu??? Sagantaa Addaa >> kamtu dhara, kamtu dhugaadha?? |

Qopheessitoota TV Asmaraa fi SBO
SBO (sagalee bilisummaa Oromoo) sagalee dharaa tan waan dhimmaa Oromoorratti hin xiyyaafanne waan ta'eef keessaa bahe jetti...Gaazeexeessituu SBO Aaddee Hawwii Bilisummaa > > guutuu isaa Hagayya 17, 2008 Caqasi/Listen
SBO meeshaa Ilmaan Oromoo iittin afanfaajjeessan malee, sagalee rakkoo Oromoo addunyatti ittiin iyyataniimiti ..jedha gaazeexeessaa Adi Furaa gaazeexeessaa SBO Obbo,... SPMMQO
Hagayyaa 17, 2008 >> Caqasi /Listen
Dhkkubsattoota Keeniyaa fi Asabirraa bilbilaan dubbisaan Ajajoota Zoonii jedhanii dhiheessan malee, WBO Shanee Gumii S ABO Asmaraa jala jiru jedha...Sanyii biqilaa. Kana malees Lubbuufi qabeenya keenya maraan warraa jijjirama jedhu kana mancaasuun barbaachisaadha jedha..Itti gaafatamaa "istaafii ajajaa ol'aanaa WBO J/Sanyii Dhugaasaa.Kutaa lammaffaa ..SPOMQO > >sa'aa tokkoo fi wallakkaa deema Hagayya 17, 2008 Caqasi/Listen
Jijjiiramni gaafatamaa jiru kun, jijjiirama gandi tokko gaafachaa jiru malee jijjiirama ilmaan Oromoo gaafachaa jiraniimiti jedha...Itti gaafatamaa TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa fi SBO obboo Boru Barraaqaa...kutaa lammaffaa..Kutaa Sadaffaa. Saa'aa lama deema < >Hagayya 17, 2008 Caqasi/listen
|
SBO (sagalee bilisummaa Oromoo ) laalchisee yeroo hedduu kan dubbatamaa ture ...sagaleen kun olola Oromoof gatii hin qabnee fi namoota dhunfaaratti sagalee boobbaatu jedhamtee dubbatamti... kanneen keessaa..wallistoota Oromoo tokko tokko akka fakkeenyaatti waan sagalee kanarra darbaa ture kan hin haalamne ...jedhu .
Kana malees SBO Yeroo ilmaan Oromoo bakka gargaaratti saba bicuu isa hin geenyeen akka hori qalama ture, maalf akka amma murna jijjirama jedhu kanarratti xiyyeyfatee halkanii guyyaa lallabu kanatti maaf lallbuufi dhabe?
Gaazeexeessaa Guyyoo Gollichoo, J/Lichoo Bukraa harkaan reebuu fi waajjira H/ABO J/Daawud Ibsaa dhaqee itti gamuu ture jedha....itti gaafatama TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa..Obb. Boruu Burraaqaa. (hubaachiisa:walfaraqaa waan dubbataniif sagaleen kun walkeessa makamaadha) > > Hagayya 17, 2008
Caqasi/Listen
Kutaa duraa Caqasi/Listen
Gafiif deebisaa Guyyoo Gollichoo..
Hayyu duree Adda Bilisummaa Oromoo J/Daawud Ibsaa Waajjira isaatti na yamuun akkaan SBO irraa fagaadhu natti himuu daran, yoo SBO keessaa fagaadhuu baattee tarkaanfiin sirratti fudhadha jechuun na sodaachisaa ture jedha..Guyoo Gollichoo...Gaafiif deebisaa SPMMQO Hagayyaa 16, 2008 ... Caqasi/listen
|
|
| |
Haalaa Hoo'aa yeroo ammaa. ABO keessatti dhalate...Kamtu fannifame, kamtu rarraafame, ka arihame fi ka arihellee..garee hundarraa daqiiqa daqiiqatti >>>> |
|
| |
| >>>Sagalee Ummataa >>>>> Coming Video.>> |
|
| Oromo News Update |
| |
|
| Kora Gamtaa USA Fi Kaanadaa Adooleessa 30, 2008 |
Maaltu deemaa jira? kamtu fannifame fi kamtu rarrafame?? |
Faca'iinsa miseensoota ABO kutaa USA fi Kaanada |
|
Ibsa Shanee gumii sabaa ABO (J/Gaashuu, J/Odaa fi J/jeeddiin kennan)
Dhukkubsattoota Keeniya keessaa wali qabanii bilbilaan dubbisan ajajaa WBO jedhan ummata afanfaajjeesaa jiru jedha. ...Abubakar Odaa xasee... |
Olola diiggaa yeroo amma Warri shanee gumii sabaa ABO deeggaruufi fi warra jijjirama qabsoo barbaadan giddutti deemaa jiru....
Kan kana dubbatan Itti gaafatamaa birkii jaarmya alaa obboo Abubakar Xasee ... Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 31, 2008 > > Caqasi/Listen |
|
Hogganni kan nama amansiisee hujitti nama bobbaasu malee, kan nyaatee dhugeetuma rafu tahuu hin qabu |
Gaafiif deebisaa RHO itti gaafatamaa ol'aanaa ajajaa waraana bilisummaa Oromoo B/J Kamaal galchuu waliin taasise Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 31, 2008 > > Caqasi/Listen |
|
Tarkaanfii WBOn haala amma deemaa jiru laalchisee fudhatte |
Nuti rasaasa keessani, WBO ummata Oromooti jedha, K/ Abbabaa Garasuu |
Ajajaan Zoonii WBOn kibbaa baha J/Dachaas Roobaa, akka hoggona amma jirurraa ajaja akka hin fudhanne beeksifte....
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
|
Tarkaanfi Miseensoota caayaa ummata Oromoo keeniyaa |
Bilisummaa Oromootiif lubbuu koo wareeguuf qophiidha jedha J/Hayluu Gonfaa miseensa ABO fi ajaja WBO olaanaa |
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
|
Kana booda yoon du'e gammachhuun qaba jedha J/Yonataan Dhiphisaa |
Addi bilisummaa Oromoo dhageeyti barbaada moo qabsoo barbaada? J/Bilaal Guyyoo koree leenjisaa |
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
|
B/J/Kamaal Galchu yeroo
waraana saatii waliin
Ertiraa seene |
Rakkoon Qabsoo bilisummaa Oromoo keessa jirtu, tan akka gaaritti hidda gad hidhattee jedha...Jenaraal Kamaal Galchuu |
|

Footoo/suuraa B/J/Kamaal galchuu fi loltuu isaa hidhannoo waliin Yeroo Ertiraa galu >>> Daawwadhu/Watch
Gaafiif deebisaa TV Asmara sagantaa Afaan Oromoo walin taasisee ture mara tartiibaan maxxnsina nu hordofaa!! |
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen |
|
Yeroo ummanni Oromoo, baha, dhiha, kaabaa fi kibbatti osoo qabuu beelawaa jiru, akka beeyladaa alaa fi keessatti adamfamee qalamaa jiru, kumaatamaan mana hidhaatti kuufamaa jiru kanatti, gochaan ilmaan Oromoo fi dhaabootiin Oromoo biyya ambaa jiran itti jiran kan nama naasisuudha.
Ilmaan Oromoo kan kumatamaan biyya ambaa jiraatan, rakkoo ummnni saanii byyaa fi ala keessatti mudachaa jiru addunyatti haa iyyannuuf jedhee yoo wal yaamu, nama muraasaa qofaatu hirmaata, gargaarsa lammii saaniitiif yeroo itti lallabamu kumaatama keessa nama muraasaatu arjooma.
Garuu, akka dhaabni samiirraa ummata kanaa gad bu'ee fakkeessan halkanii guyyaa ol'aantummaa garee tokkoo leellisuuf akka saree maraatte lallabamaa jira. Gochaan kun kan namatti garsiisu, isinummaan deebisa! |
Korri heeraa fi seeraan namni 100% harki 80 ol irratti argame, kora miseensoota USA fi Kanaadaati jedha..J/Tamaa Baatii
Gaafiif deebisaa ....Ibraahim Muummee Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisa Tamaam Baatii ..sarara paltalk keessatti Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Waayee diigamuu miseensoota kana laalchisee, ummanni maal jedha jira.......sagalee ummataa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Rakkoon waldiiguurratti bobbahe kun eessaa eegale? eessatti deema?
Koonyaa ABO, koonyaa Oromiyaa > Raadiyoo sagalee Oromiyaa bitooteessaa 13, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebbisa Raadiyoo hawaasa Oromoo Dr. Nuuroo Daddafoo waliin taasise waxabajjii 25, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisa Dr. Nuuroo Daddafoo Paltalk Adooleessa 25, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisaa RSO Obboo Abuubakar Ali Xasee Adooleessaa 27, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisaa RSO Obboo Ibraahim Mummee fi Obboo Tamaam waliin taasise Adooleessa 27, 2008 > > Caqasi/Listen
Oromoon kanarraa maal baruu qaba? Deebisaan lammii Oromiyaa biyyaa keessaa dhiiga booyaa jiru maal tahuu qaba?
Sagaleen asii olitti dhihaatan kun sagalee marsaa kanaa akka hin tahin sirritti hubadhaa!!
Akeekni maxxanfamee, akka ummanni fi hawaasni Oromoo dhageeytii argataniifi.
|
|
.
| |
 |
 |
 |
|
| |
|
| |
|
|
DC warns sex pests in camps
Wednesday, 10.08.2008, 11:44am
... who are among 4074 people who fled after the Turbi massacre in 2005. The group said local schools conducted lessons in Oromo instead of English.
|
|
 |
|
|
|
|
| |
|
|
Qubee as an instrument of Oromo struggle for self-determination
Tuesday, 07.29.2008, 01:02pm
Understanding what is meant by the "Qubee generation" is not complex.
Simply, the "Qubee Generation" is a new generation in the Oromo
struggle that has came into being since 1991 with the adaptation of
Qubee, a Latin alphabet, as Oromo's writing script and thereafter...
|
|
 |
|
|
|
|
| |
| | |