<=
Index
=>
Tapha gabatee, hibboo Qubee "Q" eegalu
Complete the crossword, then click on "Check" to check your answer. If you are stuck, you can click on "Hint" to get a free letter. Click on a number in the grid to see the clue or clues for that number.
Check
Across:
1. Qaxxisee loha, humna qabeessaalee ni mooha. 2. Qilxuu gamaa jala boolli saddeeti. 3. Qola keessa ta'a, yoo ka'e ni mi'aawa. 4. Qarree laga gubbaa yaa waraansa isii. 5. Qoraan qalqalloo guute. 6. Quncee ibidatti jiisu, bishaanitti goggooysu 8. Qarreerra teessee yaa mana qarree jetti. 9. Qaawa afur qaba, ni beeka tapha. 11. Qotiyyoo qotiyyoo baatu. 12. Qacceemitii, ni dhukaati. 13. Qotiyyoo adiin ni dheeda. 14. Qotiyyoon keenya karaa deeme hin deebi'u
Down:
1. Quluxeefi buluxeen wal hootee dhaabbatte. 7. Qara qaba, nama hin muru. 10. Qotiyyoon keenya garaa duwwaa jira. 11. Qoraan maaoraa guute waan bobeessinu dhabne.
<=
Index
=>