<=
Index
=>
Tapha gabatee, hibboo Qubee "M" eegalu
Complete the crossword, then click on "Check" to check your answer. If you are stuck, you can click on "Hint" to get a free letter. Click on a number in the grid to see the clue or clues for that number.
Check
Across:
1. Mana ijaaramaa argeen balbala isaa dhabe 5. Marqaan xinnoo ccaabiin bal'aa keessumaan 6. Mukti muka caaltu mali? 8. Maasii bal'aa keessa baaqilaa facase. 11. Mana hinqabduu nyaata hin dhabdu 12. Muree muree manarraa tuule 15. Mutaa qara lamaa, walitti hodhama 16. Mataa qabaa hin dhawatu, afaan qabaa hin dubbatu 18. Mammaree si cuqqaale 19. Maanxaan muka yaabbe 20. Maree sirra taa'e
Down:
2. Mana keessa manni jira 3. Micciiree micciiree ara buuse 4. Malkaa ga'ee axxiffate 7. Maree si gube 9. Maxinoo bilaashe, ugum yaa mi'aa ishee 10. Miila afur qaba, baatan malee laga hin cehu 13. Muuxadhee si tufe 14. Meeshaa kuma baatti daandii qaloorraa kaatti 17. Mirgaan hallayyaa, bitaan halayyaa, jidduu jawwee ciisa 20. Mana keessa mannii jira, nama keessa namni jira
<=
Index
=>