Welcome to the Afaan Oromoo School Online!

Quizzes, tests, exercises and puzzles to help you learn Afaan Oromoo
These pages require the (free) Flash Player plug-in (Version 4 or Newer) And
Java is Required
 
 

Magaaloota gurguddoo Aafriikaa

       
         
             
Qubee dheeraa   Qubee gabaabaa   Qubee cimdii/dachaa   Qubee laafaa
Yeroo/ Sa'aa   Naannoo afran addaa   Qilleensa   Waqtiilee afran addaa
Jia/baatii   Guyyoota   Halluu/bifa   Tapha
Sheekkoo   Alaabaa Addunyyaa  
Maqibsoota (adjective) waayee namaa ibsan

  Bineessaa
(Gaaffii 39 qaba)

Hibboo Qubee "A"eegalaman

Hibboo Qubee "B"eegalaman
Lafa mukaa gurguddaan uwifamte naa beeki? Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Yeroo deemu akkaa bofaa loohaa naa beeki? Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "C"eegalaman
  Culuulleen buutee foon dachaa fuute naa beeki?! >>>> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "D"eegalaman

Dabaa diriiraa deemaan dhufe naa beeki ? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa

Hibboo Qubee "E"eegalaman
Hibboo Qubee "F"eegalaman
 
Fardoon abbaa ni utaalti malee hin guultu naa beeki?! >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf As tuqaa
Hibboo Qubee "G"eegalaman
  Gannaa ni dorrobdii, gannaa hin gatattii naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "H"eegalaman
 
Daleeydee mi'eessitee namaaf dhiheessitii naa beeki? >>Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "I"eegalaman
  Ilmoon ni fiiydi malee abbaa hin caaltuu naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "J"eegalaman
 
Jinnii baattee muka gogatti baattee naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "K"eegalaman
Hibboo Qubee "L"eegalaman
 
Lagarraa konkolaataa meeshaa kuma baataa naa beeki! >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "M"eegalaman
Manaa jaaramaa argeen balbalaa isaa dhabee naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "N"eegalaman
 
Namni qalqala hiyyummaa baatee deemu nama akkami naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "O"eegalaman
Osoo kaattuu kalloo adii gattee naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "Q"eegalaman
 
Qilxuu gama jalaa boolli saddeet naa beeki? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "R"eegalaman
Rafu reefkaa ka'u leencaa naa beeki? >< Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "S"eegalaman
 
Shalala akka bofaa, qubni akkaa dhagaa maali naa beeki? Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "T"eegalaman
Takka takkaa lafeen okotetti rakkattee naa beeki? > Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "U"eegalaman
 
Ulee takkittiitu saawa dannaba dachaasaa naa beeki? Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "W"eegalaman
Waaqni/rabbii hin fannifnee fannifaamaadhaa naa beeki?>> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "X"eegalaman
 
Xaafii Addaa gararraa facaasee naa beeki ? >> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "Y"eegalaman
 
Yoo tuqan ni booyaa mali naa beeki?>> Gaafii kana deebisuufi tabiraa gaafatamuuf as tuqaa
Hibboo Qubee "Z"eegalaman
 

 

 



Home | Online Oromo Dictionary | Oromo History | B.kids zone | Oromo proverb | Bilisummaa webcast | B. Privacy