Wayyaanee fi Shanee adda baasnee hin laalu jedha B/J/ Kamaal Galchu kan yeroo ammaa WBO dhibbarraa harki saddeettami ajaja koree yeroon hogganamaa jirti jedhu
Sunday, 09.07.2008, 09:45am
Akaataa Addi Bilisummaa Oromoo qabsoo
hidhannoo itti gadgeessu irrina guddaa qaba, kanaaf sababa kan ta'e
murni shanee akka qaabsoo hidhannoo itti hin amanne tahuurraa kan madde
jedha/B/J/Kamaal Galchu. Gaafiif deebisa RHOWD B/J/Kamaal Galchuu
waliin taasise..Jijjiramni kun jijjiirama hundee kan ummata Oromoo
salphina keessaa baasuufi, murna sochii qabsoo ummata Oromoo
dadhabsiisuufi ergaa diinaa raawwachaa jirurratti xiyyeeyfateefi burjaa
ja'insa sheneen umrii isii guutuu bifa gosaa fakkeessuun itti daldala
turte kana jalaa bahuuf ummanni Oromoo hirmaanaa isaa bahuu
qaba...Guutuu isaa caqasi>>>>
Oromo News Video, Music, Drama, Youth 4 The future,Games
and More..Watch Over 900 Bilisummaa Video On Internet >> Watch
Kan baranaa Kan Bara Hegeree
Gorsa, muhaadara, qur'aana, zikrii, gaaffii wayee ramadaanaa laalchistu >> Sagantaa Ramadaanaa Sa'aa Sa'aa 24 Guyyaa mara (Oromo Ramadaan Kariin Sarara Palatalk) >>
Dhimma Oromoo, bakka si ilaalu, bakka si laaleessu, bakka si naasisu, bakkaa si gammachiisu, Hayyootaa fi namoota ummata Oromoo biratti dhageeytii qaban mara, Oromiyaa,Baha Dhiha, Kaabaa fi Kibbatti, kuusa seenaa>>Suur & Sagaleen >> Klippii Viidiyoo Oromoo 1000 ol bakki irraa argattan >>
Jeneraal Kamaal Galchuufi Saree wal bira qabuun kee itti xinnaate jedhanii komii hedduu na komachaa jiru jedha
Gaafiif deebisaa RHOWD Koroneel Gammachuu Ayyanaa waliin taasifame keessatti gaaffii deebisa sarara Platalk keessatti "Jeneraal Taaddasaa Biruufi Jeneraal Kamaal Galchu walbira qabuun akka nama sareefi leenca walbira qabuuti" jedhe keessati gafatame, qeeqni natti dhiyaata jiru "sareen amanamtuudhaa akkamitti kana goota naan jedhan jedha". Waahillan kaleessa OPDO keessatti muudamuun Oromoota gata turan kun yeroo ammaa kana gara gara dhaabbatan mediyaarratti waan waliin dabarsan wal saaxilaa jiru. Kana malees jedha Koraneelli kun, Anaa fi Jeneraal Hayluu Gonfaa fi namni biroo tokko makiinaa Jeneraal Hayluu Gonfaa keessatti wayee Kamaal Galchu waan mari'annee seenaaf dhiifan jedha>> Fulbaana 7, 2008 Daawwadhu/Watch
Jeneraal Taddasaa fi J/ Kamaal Galchuu wal bira qabuun akka nama saree fi leenca walbira qabuuti >080810> Caqasi/Listen
Seenaa Kaleessaa Jeneraal Kamaal Galchuu fi Waahillan isaa keessa darban Koraneel Gammachuun akkas jedha >> Caqasi/Listen
Update Fulbaana 7 2008
Uffata Aadaa Oromoo
Uffannii Aadaa Oromoo akkuma qubsuma miidhaga fi bal'ina lafa isaa ballattu takka uffnni isaa miidhaga...
Fulbaana 4, 2008 Daawwadhu/Watch
Afoola Oromoo: Dorgommii gaafiif deebisaa (Dorgaa dorgee) .....
Fulbaana 4, 2008 Daawwadhu/Watch
Jiraattoota Oromoota Biyyaa
Ambaa
Fulbaana 4, 2008 Daawwadhu/Watch
Heerumaa fi Dhallii Baruumsaa nama hin dhorku
Eeybifamtoota barattoota Oromoo>> Fulbaana 4, 2008 Daawwadhu/Watch
Galmee Jechoota" elellee": Afaan Oromoo guddisuuf amaanaatu nurra jira
Gaafiif deebisaa Gaazeexeessaa fi kitaabeessa obboo Hinseenee Mukriyaa ..kutaa lammaffaa Hagayya 29, 2008 Daawwadhu/Watch
Atleetoota Oromoo: Biyya quufaa keessatti dhalatanii guddatantii, biyya beelaan addunyaarratti beekamte gurra itti godhan
Qophii addaa kan kanarratti xiyyafate qabna nu hordofa >> kutaa duraa Hagayya 29, 2008 Daawwadhu/Watch
Diraamaa afaan Oromoo
Hagayya 29, 2008 Daawwadhu/Watch
Afoola Oromoo: Dubri Oromoo tokko bantii dhabdee heerumuun hawaasa Oromoo keessatti akkamitti ilaalamti
Qorataa Arrabsoo cidhaa Obboo Alamaayyoo Bafiqaduu ...kutaa lamaffaa >> Hagayya 29, 2008 Daawwadhu/Watch
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) Laalchise Ummanni Oromoo Maal Jedhu??? Sagantaa Addaa >> kamtu dhara, kamtu dhugaadha??
Qopheessitoota TV Asmaraa fi SBO
SBO (sagalee bilisummaa Oromoo) sagalee dharaa tan waan dhimmaa Oromoorratti hin xiyyaafanne waan ta'eef keessaa bahe jetti...Gaazeexeessituu SBO Aaddee Hawwii Bilisummaa > > guutuu isaa Hagayya 17, 2008 Caqasi/Listen
SBO meeshaa Ilmaan Oromoo iittin afanfaajjeessan malee, sagalee rakkoo Oromoo addunyatti ittiin iyyataniimiti ..jedha gaazeexeessaa Adi Furaa gaazeexeessaa SBO Obbo,... SPMMQO
Hagayyaa 17, 2008 >> Caqasi /Listen
Dhkkubsattoota Keeniyaa fi Asabirraa bilbilaan dubbisaan Ajajoota Zoonii jedhanii dhiheessan malee, WBO Shanee Gumii S ABO Asmaraa jala jiru jedha...Sanyii biqilaa. Kana malees Lubbuufi qabeenya keenya maraan warraa jijjirama jedhu kana mancaasuun barbaachisaadha jedha..Itti gaafatamaa "istaafii ajajaa ol'aanaa WBO J/Sanyii Dhugaasaa.Kutaa lammaffaa ..SPOMQO > >sa'aa tokkoo fi wallakkaa deema Hagayya 17, 2008 Caqasi/Listen
Jijjiiramni gaafatamaa jiru kun, jijjiirama gandi tokko gaafachaa jiru malee jijjiirama ilmaan Oromoo gaafachaa jiraniimiti jedha...Itti gaafatamaa TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa fi SBO obboo Boru Barraaqaa...kutaa lammaffaa..Kutaa Sadaffaa . Saa'aa lama deema < >Hagayya 17, 2008 Caqasi/listen
SBO (sagalee bilisummaa Oromoo ) laalchisee yeroo hedduu kan dubbatamaa ture ...sagaleen kun olola Oromoof gatii hin qabnee fi namoota dhunfaaratti sagalee boobbaatu jedhamtee dubbatamti... kanneen keessaa..wallistoota Oromoo tokko tokko akka fakkeenyaatti waan sagalee kanarra darbaa ture kan hin haalamne ...jedhu .
Kana malees SBO Yeroo ilmaan Oromoo bakka gargaaratti saba bicuu isa hin geenyeen akka hori qalama ture, maalf akka amma murna jijjirama jedhu kanarratti xiyyeyfatee halkanii guyyaa lallabu kanatti maaf lallbuufi dhabe?
Gaazeexeessaa Guyyoo Gollichoo, J/Lichoo Bukraa harkaan reebuu fi waajjira H/ABO J/Daawud Ibsaa dhaqee itti gamuu ture jedha....itti gaafatama TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa..Obb. Boruu Burraaqaa. (hubaachiisa:walfaraqaa waan dubbataniif sagaleen kun walkeessa makamaadha ) > > Hagayya 17, 2008
Caqasi/Listen
Kutaa duraa Caqasi/Listen
Gafiif deebisaa Guyyoo Gollichoo..
Hayyu duree Adda Bilisummaa Oromoo J/Daawud Ibsaa Waajjira isaatti na yamuun akkaan SBO irraa fagaadhu natti himuu daran, yoo SBO keessaa fagaadhuu baattee tarkaanfiin sirratti fudhadha jechuun na sodaachisaa ture jedha..Guyoo Gollichoo...Gaafiif deebisaa SPMMQO Hagayyaa 16, 2008 . ..Caqasi/listen
Galmee Seenaa Irraa ..Bilisummaa. com qofaan >> ..Itti fufaa..........
Koraneel Gammachuu Ayyanaa
>> Seenaa B/J/Kamaal Galchuu
akkatti ibsu:
Caqasi/Listen
J/Taaddasaa Birruu fi J/Kamaal Galchu walbira qabu jechuun; akka nama saree fi leenca walbira qabuuti: Caqasi/Listen
dhufaa jira.....
Koraneel Hayluu Gonfaa
An lubbuu koo wareeguuf qophiidha...
Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen
Gafiif deebisa TV Asmara Haylu Gonfaa fi Gammachuu Ayyanaa: Daawwadhu/Watch >> bara lama dura maal dubbataa turan? ar'a hoo?
Daawwadhu/Watch
Galmee seenaa..Itti fufa...
Koraneel Abbabaa Garasuu
Bara 30 caalaa kan qabsoo bilisummaa Oromoo kan hogganaa jiru ilmaan Oromoo dhihaati, kanarratti Oromoon haga amma waayee gandummaa dubbatee hin beeku, garuu amma maaltu tahee waan gandummaa hafarsu? ? Caqasi/ Listen
Galmee seenaa..Itti fufa...
B/J/Kamaal Galchu
Yeroo jenaraal Kamaal Galchuu Asmaraa galan > > Daawwadhu/Watch
Gaafiif deebisaa TV Asmaraa > > kuta duraa Daawwadhu/Watch
Kutaa Lammaffaa: Daawwadhu/Watch
Waayee J/Kamaal Galchuu Laalchisee wallistuu Aaddee Ilfinash Qannoo Akkas jetti: Daawwadhu/Watch
Addee Ilfinash Qannoo gamachuu J/Kamaal Akkas jetti: >> Daawwadhu/Watch
Haalaa Hoo'aa yeroo ammaa. ABO keessatti dhalate...Kamtu fannifame, kamtu rarraafame, ka arihame fi ka arihellee..garee hundarraa daqiiqa daqiiqatti >>>>
>>>Sagalee Ummataa >>>>> Coming Video.>>
Oromo News Update
Kora Gamtaa USA Fi Kaanadaa Adooleessa 30, 2008
Maaltu deemaa jira? kamtu fannifame fi kamtu rarrafame??
Faca'iinsa miseensoota ABO kutaa USA fi Kaanada
Ibsa Shanee gumii sabaa ABO (J/Gaashuu, J/Odaa fi J/jeeddiin kennan)
Dhukkubsattoota Keeniya keessaa wali qabanii bilbilaan dubbisan ajajaa WBO jedhan ummata afanfaajjeesaa jiru jedha. ...Abubakar Odaa xasee...
Olola diiggaa yeroo amma Warri shanee gumii sabaa ABO deeggaruufi fi warra jijjirama qabsoo barbaadan giddutti deemaa jiru....
Kan kana dubbatan Itti gaafatamaa birkii jaarmya alaa obboo Abubakar Xasee ... Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 31, 2008 > > Caqasi/Listen
Hogganni kan nama amansiisee hujitti nama bobbaasu malee, kan nyaatee dhugeetuma rafu tahuu hin qabu
Gaafiif deebisaa RHO itti gaafatamaa ol'aanaa ajajaa waraana bilisummaa Oromoo B/J Kamaal galchuu waliin taasise Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 31, 2008 > > Caqasi/Listen
Tarkaanfii WBOn haala amma deemaa jiru laalchisee fudhatte
Nuti rasaasa keessani, WBO ummata Oromooti jedha, K/ Abbabaa Garasuu
Ajajaan Zoonii WBOn kibbaa baha J/Dachaas Roobaa, akka hoggona amma jirurraa ajaja akka hin fudhanne beeksifte....
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Tarkaanfi Miseensoota caayaa ummata Oromoo keeniyaa
Bilisummaa Oromootiif lubbuu koo wareeguuf qophiidha jedha J/Hayluu Gonfaa miseensa ABO fi ajaja WBO olaanaa
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Kana booda yoon du'e gammachhuun qaba jedha J/Yonataan Dhiphisaa
Addi bilisummaa Oromoo dhageeyti barbaada moo qabsoo barbaada? J/Bilaal Guyyoo koree leenjisaa
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
B/J/Kamaal Galchu yeroo
waraana saatii waliin
Ertiraa seene
Rakkoon Qabsoo bilisummaa Oromoo keessa jirtu, tan akka gaaritti hidda gad hidhattee jedha...Jenaraal Kamaal Galchuu
Footoo/suuraa B/J/Kamaal galchuu fi loltuu isaa hidhannoo waliin Yeroo Ertiraa galu >>> Daawwadhu/Watch
Gaafiif deebisaa TV Asmara sagantaa Afaan Oromoo walin taasisee ture mara tartiibaan maxxnsina nu hordofaa!!
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Yeroo ummanni Oromoo, baha, dhiha, kaabaa fi kibbatti osoo qabuu beelawaa jiru, akka beeyladaa alaa fi keessatti adamfamee qalamaa jiru, kumaatamaan mana hidhaatti kuufamaa jiru kanatti, gochaan ilmaan Oromoo fi dhaabootiin Oromoo biyya ambaa jiran itti jiran kan nama naasisuudha.
Ilmaan Oromoo kan kumatamaan biyya ambaa jiraatan, rakkoo ummnni saanii byyaa fi ala keessatti mudachaa jiru addunyatti haa iyyannuuf jedhee yoo wal yaamu, nama muraasaa qofaatu hirmaata, gargaarsa lammii saaniitiif yeroo itti lallabamu kumaatama keessa nama muraasaatu arjooma.
Garuu, akka dhaabni samiirraa ummata kanaa gad bu'ee fakkeessan halkanii guyyaa ol'aantummaa garee tokkoo leellisuuf akka saree maraatte lallabamaa jira. Gochaan kun kan namatti garsiisu, isinummaan deebisa!
Korri heeraa fi seeraan namni 100% harki 80 ol irratti argame, kora miseensoota USA fi Kanaadaati jedha..J/Tamaa Baatii
Gaafiif deebisaa ....Ibraahim Muummee Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisa Tamaam Baatii ..sarara paltalk keessatti Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Waayee diigamuu miseensoota kana laalchisee, ummanni maal jedha jira.......sagalee ummataa Adooleessa 30, 2008 > > Caqasi/Listen
Rakkoon waldiiguurratti bobbahe kun eessaa eegale? eessatti deema?
Koonyaa ABO, koonyaa Oromiyaa > Raadiyoo sagalee Oromiyaa bitooteessaa 13, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebbisa Raadiyoo hawaasa Oromoo Dr. Nuuroo Daddafoo waliin taasise waxabajjii 25, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisa Dr. Nuuroo Daddafoo Paltalk Adooleessa 25, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisaa RSO Obboo Abuubakar Ali Xasee Adooleessaa 27, 2008 > > Caqasi/Listen
Gaafiif deebisaa RSO Obboo Ibraahim Mummee fi Obboo Tamaam waliin taasise Adooleessa 27, 2008 > > Caqasi/Listen
Oromoon kanarraa maal baruu qaba? Deebisaan lammii Oromiyaa biyyaa keessaa dhiiga booyaa jiru maal tahuu qaba?
Sagaleen asii olitti dhihaatan kun sagalee marsaa kanaa akka hin tahin sirritti hubadhaa!!
Akeekni maxxanfamee, akka ummanni fi hawaasni Oromoo dhageeytii argataniifi.
.
The challenge to reform Oromo Liberation Front (1-2)
Monday, 09.01.2008, 05:20am
The Oromo people have been engaged in a relentless struggle to liberate
itself from the bond of colonialism since its subjugation by Abyssinian
colonizers at the turn of the 19th century. At its infancy the struggle
was waged by Oromo peasantry in remote locations in different parts of
Oromia. Notably the gallant Bale Oromo Resistance against the
Abyssinian brutal feudal rules, in the 1950s, was among such isolated
but heroic resistance movements which left its mark on the history of
the Oromo people’s struggle for freedom.
EPPF unit targets a high level Woyanne security official
Thursday, 08.28.2008, 06:20am
An
unit of Ethiopian People's Patriotic Front (EPPF) had carried out a
military operation last night in city of Gondar. During the attack, a
high level Woyanne security official named Ato Asemahegn Woldegebriel
was hit several times with bullets and is critically wounded. He is
currently in a hospital.
Qubee as an instrument of Oromo struggle for self-determination
Tuesday, 07.29.2008, 01:02pm
Understanding what is meant by the "Qubee generation" is not complex.
Simply, the "Qubee Generation" is a new generation in the Oromo
struggle that has came into being since 1991 with the adaptation of
Qubee, a Latin alphabet, as Oromo's writing script and thereafter...