Oduu Haaraya

“ABO jechuun lafee ummtaa Oromoo jechuudha, faajjii ummata Oromoo jechuudha” eenyuun fakkeessuuf Alaaba Oromoo qabatee habashatti galuufi ODF?

Guyyaan Gootota Oromoo MN USA bara kanaa keessummaa kabajaa taate kan argamte, Gootittii j/ Urjii Dhaabaa miseensa WBO duraanii kan yeroo hedduuf dirree qabsoo irratti osoo falmaa irra jirtuu harka diinaa seenaa; jalaa bahaa deddeebi’uun qabsoo finiinsaa turte yeroo ammaa rasaasni mataa ishee keessa kan jiruu fi dararaan hangana hin jedhamne diinaan kan irra ga’e yoo taatu. ayyaanni kun haala ho’aan kan kabajame yoo ta’u, kan kana duraa irraa kan adda isa godhu, hawwaasni Oromoo irra guddan kan irratti argameefi akkasumas dhaaboleen Siyaasaa oromoo kan bakka adda addaa tti of waaman guyyaa kana bakka tokkotti walitti dhufuu haala ho’aan kabajatanii oolan.

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

One comment

  1. Baga lubbun kee asnuuf gahe Jaalle Horjii
    ammalle Uriin kee nuuf haadheeratu
    nama faajjite galmaan gahu nuhaagodhu nuhis jabaadhu rabbi sihaafayyisuu bilisummaa oromiyaan rabbi sihaagahu …………