Oduu Haaraya
finfinnee 1890

Mee saamichaa biyyaa keenya oromiyaaf jijjirama maqaa biyya keenyaa dinaan jijjiramee waliin haa ilaalluu kan bara 1890 keessaaf kan bara kanaa!

Haa dubbiisnuu walumaan   Biyyi oromiyaa akkuma beekamu kan ummata oromootii.namoota bara mililik duraatti finfinnee bulchaa ture naannoo yeroo ammaa dinnii “”Arat kilo”jedhee ittii baafamee ...

Read More »
Rene Lefort

Mootummaa Itiyoopiyaa Kallattiin Jalaa Wal Dh’aee

VOA Waa’ee siyaasa Itiyoophiyaa kan hordofaniif hayyuu biyya Faransaayii kan ta’an Rene Lefort dhiiyeenya kana barreeffama mata dureen isaa “Ethiopia a Leadership in disarry“ ykn ...

Read More »
koree muslimaa

Koree Hawaasa Musliimootaa irratti murtiin hidhaa waggoota dheeraa murteeffame.

OMN:Oduu Hagayya 04,2015 Koree fala barbaadduu hawaasa Musliimaa hidhamanii turan irratti, mana murtii ol’aanaa Federaalatti, dhaddachi yakkaa arfaffaan, Hagayya 3 bara 2015 ooleen, namoota 18 ...

Read More »
kuusa afaan oromoo

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Torbaffaa

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa torbaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma ...

Read More »
faajjii 2

IBSA IJJANNOO KOREE DAMDAMACHIIFTUU ABO JIJJIIRAM AFRIKAA KIBBAA‏

  IBSA IJJANNOO KOREE DANDAMACHIIFTUU DHAABA ABO JIJJIIRAMAA AFRIKAA KIBBAA                                                                                                                                                ABOn jijjiiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee jira.Ibsi ijjannoo kunis kaayyoo kaleessa ...

Read More »
jaliil

Oromo TV:Oromo Women Soccer teams 2015

Read More »
buna buna

Kitaabni Dhimma madda Bunaa Ilaalchisee qophaa’uusaan kan jalqabaa ta’etokko Hayyuu Oromoo tokkoon gadi ba’e.

Barreessaan kun Garramuu Hayilee Firrisaa jedhama. Lixa Oromiyaati kan biqile Hayyuun barnootaa, seenaafi qorataan kun digirii lammataasaas kan xumure barnoota seenaatiinidha. Obbo Garramuu..H. Firrisaa leenjiiwwan ...

Read More »
kamaal galchuu 20013

Kaayyoo ABO Jijjiiruu Keenya Beeksisuuf Hawaasota Itiyoophiyaa Biyyoota Alaaf Ibsa Kennaa Jirra

(VOA) Gamtaan Dhaabbatoota Polotikaa sadii dhiheenya hundeeffamee fi kan Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu, Gareen ABO as Waashington DC keessatti walga’ii uummataa waamanii turan. Akka qopheessitoonni ...

Read More »
jon markis

“Hegeree Ethiopia kan murteessu Oromodha” Profesor John Markakis.

Read More »
kamaal galchuu

Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera.

(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti geggeeffateen ta’uus labseera. Gareen ABO ...

Read More »