Oduu Haaraya
kuusa afaan oromoo

Afoola Oromoo: Hibboo fii makmaaksa (kutaa lammaffaa 300)

Namni Afaanii fii  Aadaa isaa hin beeyne tokko  an Oromoodha ofiin jechuun ……

Read More »
boy

RSO: Haala hama yeroo Ammaa baqattoota Oromoo Yamanii fii Afrikaa Kibbaaartti raawwatamaa jiru

  Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru …

Read More »
baqattoota oromoo yaman 2015 21

ODUU WAAYEE BAQATTOOTA OROMOO BIYYA YAMAN

  BALAA LAMMIIWWAN OROMOO MUDATE   1. Suraaleen lamaan duraa dargaggoota Adan keessatti torbaan dabre dhawan mul’isan (maqaa fi bakki dhalotaa illee beekamee jira). 2. ...

Read More »
boruu barraaqaa

Irbuu Gootota Keenya Shinniggaa: Furmaata Hookkara Maqaa Amantiitiin Deemuutti Jiruu

Lammiileen Kiristiyaanaa Itoophiyaa irraa tahan 28 Liibiyaa geessatti bulguuwwan ISISiin gorra’amuun hunda keenya rifaasise. Torbaan lamaan tokko duras Keeniyaa Yuniversiitii Garrisaa keessatti tarkaanfii wal fakkaataatu ...

Read More »
najiib zannuun 2

~Du’a dheefa du’a dheeyxee?

Du’a dheefa, du’a dheyxee… Yaa lammikoo, karaa meeyxee ? Nama keessaa si filattee Goojjo teetii gad darbitee Qeheef maatiin gargar baaftee Lagaa gaaraan baaftee buuftee ...

Read More »
kaartaa oromiyaa 2

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Lammaffaa

                                                       Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan abdiin qaba. Kunoo, ammammoo kutaa ...

Read More »
abdii ayyuub

KUTAA 2ffaa SAGANTAA KEESSUMAA WA’EE LOLA ANNIYAA DAWADHAA SHOW MORE

Read More »
kamaal galchuu 2

B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”

Kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO, guyyaa Gootoota jechuun bara baraan wal afeeranii seenaa gootootaa kaleessa wareegamanii wal yayyaadachiisanii lilmee hamilee baraa walii waraananii sabbata ...

Read More »
kuusa afaan oromoo

Afoola Oromoo: Moggaasa Afaan Oromoo (kutaa 300 irraa ka duraa)

Hubachiisa!! Sagantaan barnoota kanaa Raadiyoo Faanaa Sagantaa Afaan Oromoo irraa kan walitti funaaname. Kuusni barnoota kanaa akkaan hedduu waan taheef tartiibaan wal duraa duubaan maxxansuu ...

Read More »
baqqalaa nagaa

Baqqalaa Nagaa: Mootummaan kun ifiifuu harka isaatiin of ajjeesaa jira

Read More »