Oduu Haaraya

Dirmannaa Gargaarsa namoomaa

Abdulkadir Shek Mohamed

 
As wr wb.
Ummanni khenya (Oromo Harargee “nama 2408 VOA Afaan Oromo News) khan dheengadda Ilu Abba Boora irraa buqqa’anii furmaata barbaachaf odoo gara Finfinne deemanii, mootummaan Oromiya/Ethiopia, Jimma kheessatti walitti qabee hayyisaa ture, amma khunoo torbaan 1 dura mooraa(camp) “Membaroo” je’amtutti geessaniit achi kheessatti daa’imman,dubartoota fii manduddoonni hedduu rakkataa jiran.

warra lafaraa buqqifaman warra lafaraa buqqifaman2017 warra lafaraa buqqifaman20171 warra lafaraa buqqifaman20172 warra lafaraa buqqifaman201710 warra lafaraa buqqifaman20173 warra lafaraa buqqifaman201735 warra lafaraa buqqifaman201736 warra lafaraa buqqifaman201737 warra lafaraa buqqifaman201738 warra lafaraa buqqifaman201739
“Ummanni khenya khan Jimmaa gargaarsa obbolummaa masjiidarratti labsanii funaananii: nyaata, dhugii, fii waan dandahaniin haala boonsaa taheen waan isaanif godhanii godhaatis jiraniif heedduu nuuf galatoomu qabuu” jedhan.
Ummanni khun gargaarsa tokkollee hin qaban, mootummanis sababaa isintu qe’e teessan dhiisee yaa’e jechuutin qamadii goggoyduu xiqqo xiqqo irra firfirsan malee waa takka hin goonef, duuba hawaasni kuma 2 olii khun
●~Ala galaa jiran
●Waan irra ciisan hinqaban
● Nyaata gayaa hin qaban
●Uffata dirrarraa hin qaban
●Hedduun isaanii dhukkuba garaa kaasaatin miidhamaa jiran
● Tajaajila fayyaa hin qaban
●Soomanni dirqama waan taheef soomanuttis jiran.
Duuba ummanni khun maal nurraa barbaadan isinitti fakkaata?
Deebin isin bira jirti1f449👉

Check Also

taayyee fi abiyyi

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha …  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan …