Oduu Haaraya
nafiisaa

Artist Nafiisaa Haagargaarruu

Maqaan isii Guutuun Artist Nafiisaa Abdulhakim jedhamti Sochii Bara Kana Godhame kessatti Dubartii Gahee Guddaa Gumachiitee dha Ji’a 4 oliif Mana hidhaa Xollaayittii Dararaan Hedduun Erga irraa Gahe Booda Mana hidhaati Baate si’a Lammaffaa Sababa isheen O.P.D.O hin Faarsuu Jetteefi osoo dhukkubsattu Ilmoo Ofii Karaa irrattii Gattee Lubbuu isii Bararfachuufi Amma magaala kayiroo kessattii Argamati Kanaafu Namonnii Oromummaan isinittii dhagahamu hundi Akka Bira dhabbannu isin Gafannaa Galatooma

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …