Oduu Haaraya

Caffeen Walgahii ariifachiisaa 2ffaa waggaa 2ffaa bara hojii caffee 5ffaa isaatiin Muudama garaa gara raggaasisuun xumurame!

ergamtoota-seenaa
Ergamtoota wayyanee haaraya wajjiinwal baraa

Bu’uruma kanaa
27a1#1ffaa Obbo Lammaa Magarsaa- Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa

27a1#2ffaa-Obbo Isheetuu Dassee Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa
Ta’uun yoo mudaman Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan wal-harkaa fudhiinsa angoo Pireezidaantii duraanii Obbo Muktaar Kadiir irraa erga taasisan booda Mudama Kaabinee isaanii caffeef dhiyeessanii mudamni isaanii ragga’eera.

Haaluma kanaan
#1faa Obbo Umar Huseen Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
#2faa Obbo Abiy Ahimad-Sadarkaa I/A Pireezidaantiitti Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneeni Oromiyaa
#3faa Obbo Isheetuu Getaahun Sadarkaa I/A Pireezidaantiitti Hogganaa Biiroo Qonnaafi Qabeenya Umamaa Oromiyaa
#4faa Obbo Tolosaa Daggafaa –Hogganaa Biiroo Maallaqaafi Walta’iinsa Diinagdee Oromiyaa
#5faa Obbo Birahaanuu Staggaayee –Hogganaa Biiroo Haqaa Oromiyaa
#6faa D/r Darajjee Guddataa –Hogganaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
#7faa D/r Hasan Yosuf -Abbaa Taayitaa Egumsa Naannoo Bosonaafi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaa
#8faa D/r Tashoomee Addunyaa -Hogganaa Komishinii Karooraafi DiinagdeeOromiyaa
#9faa Obbo Habtaamuu H/Mikaa’eel -Hogganaa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa
#10faa Injinar Birhaanuu Baqqalaa -Hogganaa Biiroo Konistrakshinii Oromiyaa
#11faa Gargaaraa Komishinara Damballaash G/Mikaa’eel -Hogganaa Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa Oromiyaa
#12faa Addee Loomii Badhoo -Hoggantuu Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa
#13faa Obbo Asaffaa Kumsaa -Hogganaa Biiroo Bishaan,Albuudaafi Inarjii Oromiyaa
#14faa Addee Aziizaa Abdii – Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii Oromiyaa
#15faa Obbo Wandimaagany Nagaraa -Hogganaa Biiroo Daldalaafi Misooma Gabaa Oromiyaa
#16faa Obbo Kaasaayee Abdiisaa -Biiroo Barnootaafi Teekniikaafi leenjii Oromiyaa
#17faa Obbo Birahaanuu Fayyisaa -Itti Gaafatamaa Waajjira Pireezidaantii Oromiyaa
Akkasumas
#18faa Obbo Eleemaa Qaamphee – Hogganaa Oditii Muummichaa Oromiyaa
#19faa Addee Hiruut Biraasaa – Komishinara Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa
#20faa Obbo Geetuu Wayyeessaa – Daayireektara Olaanaa Dhaabbata Raadiyoo fi Teeleviziinii Oromiyaa
Ta’uun Muudama isaanii Caffeen sagalee guutuun raggaasisee jira jedhu #OPDOn haarayati uumama jirti moo akki isii akkam.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …