Oduu Haaraya
asaasaa201608061

‪#‎OromoProtests‬. Dhaamsa Arsii lixaa irraa

‪#‎OromoProtests‬. “Dhaamsa Arsii lixaa irraa Namootni armaan gaditti taayitaafi bilbilli isaanii maqaa waliin tarraa’e kunniin, abbootii aangoo Godina Arsii Lixaa yemmuu ta’an, mormii godhamaa jiru waliin walqabatee ijoollee tumsiisaa jira waan ta’eef itti bilbilamee haa akeekkachiifaman. Keessattuu warri isaanitti dhihaattan akka gorsaaf akeekkachiisa keenya itti dhaamtan haa ta’u. Ilmaan Oromoo dararuu irraa haa uf qusatan. Didanii ijoollee uummataa dararuu kan itti fufan yoo ta’e garuu haaluma kamiinuu ta’u tarkaanfiin gara uummataatiin kan irratti fudhatamu ta’uun isaa hubatamuu qaba.
___
A) Godina Arsii Lixaa
1) Bulchaa godina Arsii Lixaa
Huseen Fayyisoo (fira Shifarraa Jaarsoo)
0966350431
2) Itti aanaa bulchaa godinaa
Tolaa Gadaa
0911806677
3) Itgaaftamaa waajjira DHDUO GODINA ARSII LIXAA
Dastaa Nageessoo
0930505351
😎 Bul/ aanaa dodolaa
1) Bulchaa aanaa
Jamaal Amaan
0930070126
2) Bul/nageenya
Aadam Huseen
0911907284
3) Ajajaa poolisii
Firduu Bullii
0916852401
C) Bul /mag /Dodolaa
1) Kantiibaa
Galatoo Roobaa Wattichaa (yeroo fincila duraanii Shaallatti ummata ficcisiisaa kan ture)
0910303691
2) Waajjira dhaabaa Magaalaa Dodolaa
Sulxaan Haajii
0913520394
3) Bul/nageenya magaalaa Dodolaa
Jamaal Roobaa
0916047188
4) Aj/poolisaa magaalaa Dodolaa
Shibiree Amarroo
0913496195
D) Anaa Adaabaa
1) I/G Ittisa yakkaa
Eda’oo Shibiruu
0911910352
Yeroo ammaa kana rakkisaa jiran,
Kan edaa dabalatee.
Huseen Kadiir Quluu kanaan dura bulchaa aanaa Dodolaa keessatti bulchaa ganda Tulluu Alawaansoo ti. Boodarra milishaa aanaa Adaabbaa, aanaa Goobbaa ture. Bara 2012 keessa Kantiibaa magaalaa Dodolaa ta’ee muudame. Qabeenya achii saameen abbaa qabeenyaa ol aanaan ta’eera. Yeroo fincilli marsaa lamaanii gaggeeffamaa ture inni bulchaa aanaa Dodolaa ture. Bakar Shaaleetiif akka ergamaa dhiyotti tajaajila waan ta’eef erga Bakar hoogganaa DHDUO ta’een boodaa (fincila marsaa 2ssaa booda) warra Bakar itti hin gammadne ari’anii Huseen Kadiir Quluu immoo waajjira DHDUO godina Arsii Lixaatti ol guddisan. Kaleessaa immoo guyyaan oolchaa hin qabuu, Kaabineefi ummata aanaa Dodolaa tasgabbeessa jedhamee Dodolaatti ergame, Shaashamannee irraa. Ummataan too’atamee (booji’amee) dhagaa guuree karaa akka cufu itti murtaaye. Ummata fincila baye keessatti marfamee dhagaa guuree karaa cufaa oole”

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …