Oduu Haaraya
kiyyoo boruu

#‎Jaala‬ kenyaa Kiyyoo Booru…

Dhaadaachuu fii naa hasoysiissuu maloo maloo maaf naa dhifnee anii kiyyoo booruuttii,,madaa keessa koo jiruu inumaa gartanii hiiciittiin koo gara keessa yoomiyyuu hin hiimu anii akka feetan na godhaa kunoo bar anii an yoon du’aees oromoo milliyyoon 40,,ollii hafee an garuu kayyoo fiin bahee kunoo amaas kayyoon qabaa akka feetanii ja’eennii….

Oromoo maa ustaa oromoo maa caaliiftaa qabsaan yoo kufee qabsoon ittii fufaa tanaaf gadii januu laammuu hin gabroomnuu nutii alaagaadhafii tokkuummaan kanee fira buqiifnaa nutii wan nuf hin tanee sabaa koo damaaqii mee bahaa fi dhiyyaanisii sabaa koo daamaaqii mee kabaa fi kibaanisii fiincilii fiiniinssii mee qabsoo kettii oromoon kan durii mii mee haa nu arkkaanii kan du’eef hin boyiinnaa mee ka’aii Awaaladhu kayyoo saa lallaama seena nuf qoorata nutii guumaa bafnaa…..

gootichaa kenyaa issaa Wayyaanneen qabdee dhaadatuu#ABO wan WABO Guututtii qabdee ittii fakkaatuu mee maluuma tahaan jataanii yaadu an na ajaibsissaa goochii issanittuu maloo malloo mee lallaa issiin martuu,,,,jaalii kenyaa Kiyyoon boruu mattaan hin dhukkuubbuu nii laltaan kunoo inii marttuu Rabbii wajjiin jira kayyoos dhugaadha haaqaf bahee nii arkkaa Rammaannuu mee du’ii godhaaf kunoo issiin martuu,,,,

Oromoon daamaqee oromoon walii galee gugguuyysse dhufee qeerroon diina waliin fiinciile afaan qawwee hin soodaanee WABOnis kunoo jira jachuu garsissee sabaaf ja’ee diina marrssee mee akkam tahuu jarii arraa dirree tamttuu nu fuudha jachuun waliittii haasassee Bikkaa issan fuutu haa lallaannii mee ittii lallaafii….

Irroo akkamii tahuu saareen wayyaannettii maqaaf oromoo himaattaaa hatiichii garatii gara sattii ja’ee sabaa saa fixaattii mee garaam goora irroo mee qaanyii issattii goowwaan hin dhalaatiin dhalaatus hin guudatiin kan ja’anii kunoo kan akkasittii mee kanaa debbii seenaf dhiifnaa gafaas garaa kunoo goocha saniittii….

Hawsnii fi WABON wal arkkuun kunoo bar bu’aa qeerrootii Galaata galfaana Shukriin kaa sattii dur kophaa turee amaa nu qabaa Rabbii wajiinii nutiis galmmaa nii genyaa irkkoo issattiini Yaa rabbii nu gargaarrii dandeettiin tettii,oromoon ni bilisoommaa tun abdii biyyaattii Hirreessa kan murteessattuu oromoo qofaasii yaa rabbii attii irkkoo nuf tahiii!!!!!!!

Jaala kenyaa KIYYOO BOORU NII BAFAANA HUMAA HIN TAHUU KAYYOO SAA LALLAAMA RABBII GARGAARRAA IN SHAALLAAHA,,,,,,,,,

Check Also

faannoo

OROMO CIVILIANS CONTINUE TO BE TARGETED BY FANO MILITIA

Amhara Fano continued to attack Oromo civilians. In this latest incident, at least 17 people …