Oduu Haaraya
geetaachoo memberee

‪#‎OromoProtests‬ Namni kun GETACHEW MEMBERE jedhama. Bakka agartanitti qabamee adabamuu qaba..

Kan intala Oromoo Sabriinaa Abdallaa kaleessa galgala Harargee Bahaa magaalaa Calanqoo keessatti rasaasaan dhahee ajjeeseedha. Dhaloonni isaa Harargee Lixaa magaalaa Hirnaati.Namni kun daa’ima kichuu tana bifa suukanneessaan erga ajjeesee boodas kunoo naasuu takka malee miidiyaarra bahee of jajaa jira. Kanaaf bakka argametti adabbii seeraa isaan malu argachuu qaba.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …