Yaada, Dhaamsa, Suur & Sagalee kkf ..Daawwattoota keenyaa waliin hirmaachuuf ....As Tuqi
Dhimma Oromoo, bakka si ilaalu, bakka si laaleessu, bakka si naasisu, bakkaa si gammachiisu, Hayyootaa fi namoota ummata Oromoo biratti dhageeytii qaban mara,
Oromiyaa,Baha Dhiha, Kaabaa fi Kibbatti, kuusa seenaa >> Suur & Sagaleen >> Klippii Viidiyoo Oromoo 2000 ol bakki irraa argattan >> www.bilisummaa.com >> Guyyaa guyyaan..... bilisummaa qofaan ................
Dhaadheessaa ...Kee as jalatti maxxanfachuuf nu qunnami!
Oromoo News Update
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
"ABOn OPDO Amaarsaa tahuu barbaada jedhamee yeroo dheeraaf kan shakkamaa ture, tari dhugatti fassaramuufii laataa?" Maal jedha ummanni Oromoo...
Soba/kijiba 2008 afuufaa bahe....haga ar'aa wayyanee tokko hin ajjeefne..Amajjii 15, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Gowwomsa hawaasaa fii jalattota qabsoo 2008 akkuma jirutti..Amajjii 15, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Yanni nuti nuti "Toophiya Dimokraateessuu" amma ifa baafnee duramaayuu yeroo qabsuun kun jalqabu kan tureedha, ragaan kanaas Dr. Diimaa Nagooti"
Gaafiif deebisaa VOA sagantaa afaan Amaarsaa hogganaa garee ABO ofiin jettu tan J/Kamaal Galchuun durfamtuu waliin taasise..Amajjii 15, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Gareen J/Kamaal Galchuu Sagantaa ABO jijjiruuf seerri hin hayyamamuuf"
Namooni muraasni USA Minisootta keessatti walitti dhufee qaanyyi tokko malee sagantaa ABO jijjiirre jedhee labsuun salphinaa fii doggogara guddaadha jedha..dubbataa dhaba ABO garee shanee fii MGS ABO Dr. Bayaan Asoobaa...Guutuu ibsaa kanaa fii gaafiif deebisaadhimma haala yeroo amma garee maqaa adda bilisummaa Oromootiin bara dheeraaf dirree qabsootii dheessitee biyya anbaa keessa ummata Oromootti qoosaa jiran waliin sararri paltalk
"OWGBO" waliin taasise..caqasi....Amajjii 15, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Kaayoo tana tiiysuuf tarkaan fiin nuti fudhannee tarakaafnii seeraati"
Gaafiif deebisa RSO Jaal Ibraahim Mummee (hogganaa yeroo amma ) garee Kamaal Galchuurraa buqqatee waliin taasise....Amajjii 9, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Gareen B/J Kamaal Galchuu humna Oromoo facaaftee, humana alagaa filatte"
Gaafiif deebisa RSO haalaa yeroo amma garee amaqaa ABOtiin daldalaa baate keesatti dhalate laalchiisee J/Amaan Kadiir Fi J/Ibsaa Nagawo waliin taasise.....Amajjii 9, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Abbaan rakko amma dhalate kanaaf bu'ura tahe hogganaa shaneeti"
Gaafiif deebisaa RHO Miseensaa ABO fii Ministara barnoota kan ture Jaal Ibsaa Gutamaa haala yeroo amma deemaa jiru laalchisee...akkas jedhu..Amajjii 9, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Ibsaa gaafiif deebisaa sarara Paltalk "Free Oromoia V New United Ethiopia D Forum" jedhu Qorataa siyaasaa kan tahe Obboo Johaar Mohamed Waliin taasise guutuu isaa.....Amajjii 9, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Oromiyaa bilisa baasuu fii Toophiyaa dimokraateessun, tokko tokkorra rakhishummaa hin qabu"
Tarkaanfii fii haala yeroo ammaa garee maqaa ABOtiin bara dheeraa afaaniin ummata Oromoof qabsoo godhaa jirra jecchaa, gara duuban immoo "Iimmaayyee Toophiyaaf " dhooksaan hojechaa bahan yeroo ammaa dirree fi ifatti bahanii kaayoo fii sagantaa ABO jijjirre jechu labsa basuudhaan garee habashootaa takka gabroomsaan labsa gareen machooytuun ABO ofiin jettu baaste kun, "Kannaa kanaarra caaltu" yooka gift bara harayaa jechuun gammachuun of wallalanii erga labsa kana dhagayanii kaasee dhiichisaa jiru......inni dhaaba kanaaf lubbuu isaa fii qabeenya isaa itti dhabe, itti dukkanooyte gara goru wallaalee waan jedhu wallaalee "eedaa dubbiin akkasii" jedhee harka maratee isa itti aane dhufu gad dhaggeeyfataa jira.....
Sagalee Ummataa Caqasi >> Amajjii 6, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Kanneen garee ABO J/Kamaal Galchuun hooganamu keessa of baasan Shanee Dullatti keessa dheessanitti deebi'u moo garam deemu laata >> kana laalchisee Oromoonni maal jedhu....Amajjii 6, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Jarri amma maqaa qabsootiin sitti qosaa jiran kun 2008 waan isaan jedhaa turan guutuu isaa akkuma jirutti caqasuuf.....Dhalli Oromoo 2008 Akkamitti Yaadatu .. >>
Daawwadhu/Watch
Yaadannoo fii Abdii 2008 akkana mudattee?
Sagantaa ABO jijjiriiuf haqaa fii hamilee hin qaban,
Waan amma gareen ABO maqaa jijjirimaatiin oofaa jirtu kana harka diinaatu duuba jira. Yanni jarri gad dhufeen kun, ummata Oromoo biratti fudahatama hin qabu..Gaafiif deebisa Ibsa fii deebisaa J/Ibraahim Muummee sarara Paltalk "Free Oromoia V New United Ethiopia D Forum" keessatti kennan...Amajjii 6, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
"Amma booda walitti kijibuun hafe, biyya takkitti, alaabaa takkitti fii ummata tokkicha jaaruuf hidhannee kaane"
Gaafiif deebisaa waayee jijjiramuu sagantaa ABO laalchisee Amaaroottiin mana sarara Paltalk " Ethio C Affair " keessatti miseensa ABO garee J/Kamaal galchuutiin dufamtu Obbo Tamaa Baatii waliin taasise guutuu isaa...Amajjii 6, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
"Yaanni Sagantaa ABO jijjiruu kan nuti amma iafatti baafne kun, waanuma duraanuu waliin quba qabnu"
Gaafiif deebisaa RVOA afaan Oromoo haala yeroo amma garee maqaa ABOtiin ummata Oromootti yeroo dheeraaf qoosaa as gahe jiddutte taasise guutuu isaa....Amajjii 6, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Diraamaa: Sakaallaa marsaa lammaff kutaa Jahaffaa
Qopheessaa fii daayrekteeriin Chome H/Maayram...Amajjii 6, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
Gareen hojii fii itti gaafatama itti kanname dalagaarra olchuu dadhabdee maqaa ABOtiin wal-nyaataa haga ar'aa as geesse, bifa fii toftaa haaraya walirratti bafattee ummataa fii hawaasaa Oromoo kan dhugaan bilisummatti amanu sammu naanneessuu itti fufte.....ka silaa hojiin itti kannamte, dargaggoo hawwii bilisummaa qabdu biyya alaa keessaa waliratti bobbaase duubaa ta'ee "ayzo" jedhaa jira.....OLF Politican Agenda On The Feature Of Ethiopia ..bilisummaa.com exclusive.
Amajjii 2, 2012 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watch
HIV/Aeeydis harka wa-lfuudhuu, wal-hammatuun fii walin nyaachuun hin dabru
Dhukbni Eeydis yoom fii eessatti akka dura mal'ate, tokkorraa tokkotti akkamitti akka dabruufii
miidhaa inni yeroo ammaa ilmaan namaa kan addunyaarra jiraniin gahaa jiru maal akka fakkaatu, akkamitti akka
ifirraa eegan...walumaa galattii baruumsa fayyaa fii waan kanaa laalchisee gaafiif deebisaa
Dr.Abdusamad Mohamed gola Paltlak "MTMO" s'a lama caalaa barsiisan....Afraasaa 3, 2011 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watc h
Diraamaa: Sakaallaa marsaa lammaff kutaa Shanaffaa
Qopheessaa fii daayrekteeriin Chome H/Maayram...Afraasaa 3, 2011 Maxxanfame >>
Daawwadhu/Watc h
Dhalli Oromoo 2008 Akkamitti Yaadatu .. >>
Daawwadhu/Watch
Oduu gurguddoo dhimma Oromoo bara 2008
Revisionists March dressed up in Nationalists Disguise to Lay Siege on Oromo Struggle
Monday, 01.23.2012, 07:34am
The interest of this article is to show a game of political double play by the Oromo
political revisionists of various sorts to hide their betrayal of Oromo struggle behind the
slogans in their attempt to alter the battle of political narratives of national struggle so as
to throw Oromo nationals into political confusion...
Tensions rise between Eritrea and Ethiopia after killing incident
Wednesday, 01.25.2012, 10:59am
The region, near the border with Eritrea, is one of
the most interesting parts of Ethiopia - and one of the most dangerous.
Before the attack, Germany’s Foreign Ministry had warned tourists to
avoid the area. However two Germans were victims of the killings. Two
Hungarians and an Austrian were killed, while an Italian and a Hungarian
and two other Ethiopians were injured.
"I feel confident with what government is doing"
Thursday, 12.29.2011, 07:05pm
" I feel safe with what the government does. " It says Kjell Persson , father of the terrorist sentenced freelance photographer Johan Persson, who last night was called by Foreign Minister Carl Bildt. Bildt's action to bring home the now convicted terrorist Swedish journalist Martin Schibbye , 31, and Johan Persson , 29, has been severely criticized ...
MUUXA MOO MOYXA?
Saturday, 09.03.2011, 10:01am
Jechi MUUXANNOO jedhamu kuni hiikkaa dhalootaan qabu mulqamee hiikkaa
haaraya isaan hin malle kan afaan Ingiliizitti “EXPERIENCE” ja’aniin
akka ibsu dirqamaa jira. Dogongorri kuni jecha biraa kan sagaleedhaan
jecha “muuxannoo” jedhamu kanatti dhihaatu kan “MOYXANNOO” jedhamu
sirriitti hubachuu dhaburraahi madde. Hundeen jecha sunii “MOYXA”
jedhama. Beekkoomsa, hubannoo, ogummaa
Community: Why ‘we’ is so much better than ‘I’
Friday, 05.13.2011, 09:57am
The Oromo are one of the largest ethnic groups in Ethiopia. In
Winnipeg, the community is small, just over 300 people, but they’ve had a
big impact on me.....
NU DHIISAA
Thursday, 01.05.2012, 06:51pm
mmanaa Bitimaa
Nu dhiisaa, nu dhiisaa
Cancala keessantoo
Isa barabaatoo
Dhiddhiigsee nu jiisaa!
Adde Asli Oromo with Hegeree Media: Part One
Sunday, 01.22.2012, 05:31pm
Asli Oromo gives bold interview regarding her challenges. In short, the
video is story of determined Oromo women that joined political struggle
from her teens and that aged along the Oromo political quest. Its is a
story of fearless Oromo women, fighter and survivor of Oromo women. who
is filled with emotion, determination, devotion and sour of pain for
being oppressed. Yet, that never submitted to the hands of her enemies.
Abbaa-Irreetirraa Gara Dimokraasii -- Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu
Wednesday, 04.20.2011, 10:38am
Waggoota muraasa dabran keessatti mootummoonni abbaa-irree bifa adda
addaa qaban diddaa ummanni garsiiseen unkutaawanii kufaniiru. Hammamuu
hundee cimtuu hin uggamne kan qaban fakkaatanillee mootumoonni
abbaa-irree garii mormii ummanni gama siyaasaatiin, dinagdeefi
hawaaasatiin bifa qindoomeen godhu ifirraa ittisuu hindandeenye.
Fakkeenyaaf, bara 1980 irraa eegalee biyyoota akka Istooniya,
Laatiiviyaa, Liituwaaniyaa, Poolaand, Jarman Bahaa,
ChekozlovaakiyaafiSlooveeniyaa, Maadaagaaskaar, Maalii,
BooliiviyaafiFilippiins keessatti mootummoonni abbootii irree diddaa
ummataatiin kufaniiru.
Ethiopian Stars in Canada: Three Wins, One in a Sweep, and a Runner-Up
Monday, 05.30.2011, 10:59pm
Deriba Merga easily beat other male competitors in the feature Ottawa
10K on Saturday, but lost to Dire Tune in a gender competition in which
elite women were given a three-minute, 44-second (3:44) head start. Both
received $6,000 for winning their respective divisions, with Tune
claiming the $4,000 bonus of the gender challenge...
Caqasi: Sagalee dachii
Thursday, 07.03.2008, 05:49am
Earth's Alien Sounds These radio
waves, called Auroral Kilometric Radiation (AKR),
are created high
above Earth where solar particles interact
with the planet's magnetic
field. Credit:ESA/Cluster